Xurree ittiin seenan

Breaking News

Abbootiin Qabeenyaa fi Aangawoonni Mootummaa Naannoo Oromiyaa Har’a Waa’ee Invastimanti Fuul-duraa Irratti Mari’atan


Mootummaanis tahe abbootiin qabeenyaa hojimaata baramaa keessaa baanee itti gaafatama fudhachuun barbaachisaa dha, jedhu obbo Shimallis Abdiisaa, itti-aanaa preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa. Abbootiin qabeenyaa daamee invastimantii adda addaatti hirmataa jiran har’a mootummaa naannoo Oromiyaa waliin mari’atanii jiran.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:47 0:00



Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG