Xurree ittiin seenan

Breaking News

Abdiin Cehumsa Gara Dimookiraasii Gatateera, Jedhe KFOn. Paartiin Badhaadhinaammoo Karaa Sirriirra Jira, Jedha


Faayilii - Dr. Mararaa Guddinaa (Mirga), Dr Alamuu Simee (Bitaa)
Faayilii - Dr. Mararaa Guddinaa (Mirga), Dr Alamuu Simee (Bitaa)

Itiyoophiyaa keessatti gara dimookiraasiitti cehuuf abdiin ture gatatee jira, jechuun Koongiresiin Federaalawa Oromoo torban kana keessa ibsa baasee jira. Kanaaf sababaan, kaartaa cehumsaa mootummaan hordofu kan warra kaan moggaatti qoodu akka tahe dubbata paartichi.

Kan taayitaa mootummaa harkaa qabu paartiin Badhaadhinaa immoo gama isaatiin, deemsi cehumsichaa karaa gaarii irra akka jiru beeksisee, dhimmoota biyyaa ijoo tahan irratti paartiilee morkattootaa waliin ka mari’ataa jiru tahuu dubbata.

Jaalanneen dura-taa’aa Koongiresa Federaalawa Oromoo Dr. Mararaa Guddinaa dubbistee fi ka Melleskaachew Ammahaa Miseensa Koree Hoji-raaw’achiistuu Koree Badhaadhina, Dr. Alamuu Simee dubbise waliin qindeessitee jirti, caqasaa.

Abdiin Cehumsa Gara Dimookiraasii Gatateera, Jedhe KFOn. Paartiin Badhaadhinaammoo Karaa Sirriirra Jira, Jedha
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:52 0:00


XS
SM
MD
LG