Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muummichi Ministeeraa Itiyoopiyaa Abiy Haala Yeroo Ilaalchisee Mana Maree Bakka Bu’ootaaf Ibsa Kennan


Muummicha Ministeeraa Abiy Ahimed, Adoolessa 5, 2021
Muummicha Ministeeraa Abiy Ahimed, Adoolessa 5, 2021

Raayyaan Ittisa biyyaa naannoo Tigraay keessa an ba’e murna afuritti hiramuu dhaan adeemsa baatii tokkoo oliif tureen ta’uu muummichi ministeeraa Abiy Ahimed Ibsaniiru.

Muummichi Ministeeraa Itiyoopiyaa Abiy Haala Yeroo Ilaalchisee Mana Maree Bakka Bu’ootaaf Ibsa Kennan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:24 0:00

Walitti bu’iinsi naannoo Tigraa keessaa jiddu seeniinsi guddaan kan keessa jiru ta’uu isaa fi hedduunis walitti bu’iinsichi akka dhaabatu kan hin barbaanne ta’uu har’a miseensota mana mareef kan ibsan muummichi ministeerichaa, akeeki isaas Tigraayiin dabalatee Itiyoopiyaa dadhabsiisuu dha jedhan.

Angawoonni Adda Bilisummaa Uummata Tigraay irra deddeebi’uun ibsawwan kennaniin, raayyaan waraana Itiyoopiyaa Maqalee dabalatee naannoo sanaa kan ba’eef injifatamee ta’uu isaa ibsanis muummichi ministeeraa Abiy garuu mootummaan isaanii qorannaa geggeessuun murtii irra ga’uu isaa ibsaniiru.

Murtii uummataa jechuun filannon Ibsan, nagaa uummata Itiyoopyaa fi mootummaa cimaa ta’e kan barbaadu ta’uu ibseera jedhanii, kanas jijjiiruuf yaadi dhiyaatu kam iyyuu fudhatama akka hin qabaatin akeekkachiisaniiru jechuun Kendii Abaatee Finfinnee irraa gabaaseera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG