Xurree ittiin seenan

Breaking News

Buufataalee Filannoo 30’tti Adda Citee Kature Filannnoon Nageellee fi Naannooshee Gaggeeffame


Faayilii - Wiirtuu filannoo, Oromiyaa

Himata kaadhimamaaa filannoon tokko dhiyeesseen adda cite ka ture filannoon Nageellee fi Naannoo Gujii harra gaggeeffameera.

Buufataalee Filannoo 30’tti Adda Citee Kature Filannnoon Nageellee fi Naannooshee Gaggeeffame
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:53 0:00

Dargaggoo Amaanu’eel Birhaanuu qindeessaan buufatawwan filannoo naannoo Nageellee, filannoon kun harra ganama saatii 12 kaasee akka gaggeeffame VOA’tti himeera.

Dargaggoo Amaanu’eel, filannoon harra gaggeeffame, filannoo gaafa waxabajjii 14 gaggeeffamerratti waraqaa filannoorraa maqaan dorgomaa dhuunfaa takka dhabamuun harratti darbe ta’uu himee, boodarras boordiin filannoo Itiyoophiyaa maree paartilee siyaasaa waliin taasisee guyyaan filannoo harra akka tawu murtaayee jedhe.

Akka Amaanu’eel jedhetti filannoo Gujii harraarratti paartileen siyaasaa lamaa fi dorgomaan dhuunfaa takka ka yoo dorgoma ta’uu, tajjabdoonni 150 olis buufataalee filannoo soddommanirratti ramadamanii qooda fudhataniiru.

Yaadawwan Ilaali (1)

XS
SM
MD
LG