Xurree ittiin seenan

Breaking News

Af-gaafii Obbo Nabiyyuu Olaanaa Waliin


Af-gaafii Obbo Nabiyyuu Olaanaa Waliin
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:43 0:00

Obbo Nabiyyuu Olaanaa ijoollummaa irraa jalqabee qaama miidhamaadha. Dhaladhee hangan of baretti miillikoo tokko lafa hn ejjetu. Yeroo sanatti sirriitti beekamuu baatus sababa dhukkuba pooliyoon akka ta'e ogeessonni ni dubbatu jedhu obbo Nabiyyuun.

Yeroo ammaa kana hojii daldalaa irratti bobba'anii kan jiran Obbo Nabiyyuun qaama miidhamaa namni jedhamu nama sammuun isaa miidhamedha. Ani sammuun koo fayyaa waan ta'eef hojii kamiyyuu hojjedhee jiraachuun danda'a jechuun himu.

Gabaasaan Keenya Mitikkuu Fiqaaduu turtii waliin taasiiseen haala itti aanuun qindeeffatera itti dhiyaadhaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG