Xurree ittiin seenan

Breaking News

Afrikaan Morookootti walii yaatee ispoortii 20n oliin wal dorgomuutti jriti Masriitti warqii 79 haratee tokkeessoo jira


Afrikaa Raabaat,Morookootti wal dorgomuutti jirti
Afrikaa Raabaat,Morookootti wal dorgomuutti jirti

Maqaan dorgommii tanaa All Africa Games, tana waliin amrroo 12 biyya biyyaa maranii wal dorgoman. Hagayya 19 jalqabanii -31 dhumatti.

Afrikaan dorgommii tanaaf ijoollee isii 6,000 caala biyya 50 oli keessaa walti filatte.

Utaalchaan,kuruphachaa,bisaan daakaan, kubbaa miilaatii fi waluamttu ispoortii 20 caalaan wal morkachuutti jiran

Akka kanaan

Masriin medaaliyaa 200 oliin tokkeessoo

Afrikaa Kibbaa warqii 32 2eessoo

Naayjeeriyaan warqii 31 3eessoo

Aljeeriyaan warqii 28 4essoo

Morookoon warqii 28n 5eessoo

Itoophiy warqii 5n 9essooessoo

Keenyaan warqii 4n 10essoo

Warra asi filame Olompikii Jappaan bara 2020f qophaa’a.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG