Xurree ittiin seenan

Breaking News

Akka waraanii Itoophiyaa jedhetti bulchoota TPLF olaanoo durii keessaa Siyyum Mesfiinii fi Abbaay Teshehaayyee waliin nama afur fixan


Seyoum Mesfin
Seyoum Mesfin

Oduu himaan duula waraana Itoophiyaa B/j Tesfaayee Ayyaalewu akka jedhetti jara kana fixanii miilota isaanii hedduullee booji’an.

Siyyuma Mesfiin nama bara hedduu ministera haajaa alaa Itoophiyaa fi ambaasaaddera tahee hojjachaa bahe. Eegee ammoo nama akka waraanii Itoophiyaa Itoophiyaa gama Kaabaa jiru hin chochoone tolchee lola itti bansiisee ficcisiise jedhanii himatan.

Obboo Asmellaash W/Sillaase fi Koloneel Kiroos Hagos faatillee warra waardiyaa fi eegumsa isaanii waliin fixan akka ibsa mootummaatti.

Tana maleellee bulchoota waraanaatii hedduutti qabame akka gabaasa waraana Itoophiyaatti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG