Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ambaasaaddarri Raashiyaa Tarkii Keessatti Ajjefaman


Ambaasaaddarri Raashiyaa Tarkii Keessatti Ajjefaman
Ambaasaaddarri Raashiyaa Tarkii Keessatti Ajjefaman

Tarkiitti Ambaasaaddarri Raashiyaa Andree Kaarloov Wiixata har’a agarsiisa ykn egzibishinii aartii Ankaaraa keessatti daw’ataa ituu jiranii rasaasan rukutamanii du’u ibsamee jira.

Ambaasaaddarri Raashiyaa kun ergaa rukutamanii booda gara hospitaalaatti geeffamu gabaasaaleen ibsanii jiru.Dahaabatti oduu Raashiyaa akka jedhanti namoonni ka biroon illee haleellaa Kanaan mada’anii jiran.

XS
SM
MD
LG