Xurree ittiin seenan

Breaking News

Miseensonni Naga Eegumsa Naannoo Kibbaa Sagal Ajjeefamuun Gabaasame


Poolisoota Finfinnee (suuraa faayilii)
Poolisoota Finfinnee (suuraa faayilii)

Naannoo Uummattoota Kibbaa Itiyoopiyaa keessatti namoonni hidhatan miseensota humnootii naga eegumsaa sagal aanaa Sheekkoo godina Beench Sheekkoo keessatti ajjeesuun gabaasamee jiara.

Kanneen keessaa sadii angawoota poolisii fi ja’a immoo miseensota humna addaa naannoo sanaa ta’uun beekamee jira.

Gareelee gosoota adda adda godinicha keesssa jiran gidduu yeroo tokko tokko muddamni mul’atu gara walitti bu’uunsa qabeenyaatti geessee jira.

Humnoonni nagaa eegsisan illee walitti bu’iinsawwan akkasii ittisuuf kan gidduu seenaa turan ta’uun illee ibsamee jira jedha Yonattaan Zebdiwoos Hawaasaa irraa.

XS
SM
MD
LG