Xurree ittiin seenan

Breaking News

' Walgahii Sadarkaa Addunyaa Qophessaa Jirra'


Itiyoophiyaan wagahii sadarkaa adduyaa kan waa'ee HIV/AIDS irratti mari'atu baatii Muddee dhufu gaggeesuuf kan jirtu ta'uu Dr Betru Tekle Daayreekteera olaanaa waajiira Federaalaa kan HIV/ AIDSI Itiyoophiyaa beeksisan.

Kanaaf qophii barbaachisu karoorsuuf wagahiin mari'atus Finfinnee keessatti dhiyeenya kana gaggeefamee jira.Haallii walii-galaa kan waa'ee HIV/ AIDS Itiyoophiyaa keessaa maal fakkaata?

MP3 tuquun dhaggefadhaa.

XS
SM
MD
LG