Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baayden Gamtaa Afrikaa Wajjin Mul'ata Qaban Irratti


Baayden Gamtaa Afrikaa Wajjin Mul'ata Qaban Irratti
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:27 0:00
Gamtaa Afrikaa wajjin mul'ata qaban tarkaanfachiisuu fi egeree wayyaawaa waliin uumuu irratti hojjachuuf ka cicha qabu tahuu mootummaan Ameerikaa Baaydin fi Haariisiin hoogganamu beeksisee jira.

Kanas prezidaat Baaydin hoogganoota walgahii Gamtaa Afrikaatti hirmaataniif dhaamsa dabarsaniin dubbatan.
XS
SM
MD
LG