Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baaydiin Waa’ee Itiyoophiyaa Wixinee Dhiyaate Hubannaan Akka Ilaalan Gaafatamee Jira 


Pirezdaantii Yunaaytid Isteets Joo Baayden (Suuraa faayilii0

WIixiineen yaadaa Itiyoophiyaa tasgabeessuuf dhiyaatee ykn HR 6600 jedhamee fi Itiyoophiyaa keessatti nagaa fi Deemokraasii jajjabeesuuf jedhame dhiyaate 1399 hangam Itiyoophiyaa akka miidhu Bulchiinsii prezidaant Baaydiin hubannaan akka ilaalaniif jarmayaa hawaasa sivilii Itiyoohiyaa keessatti miseensoonni Kaawunsilii gaafatanii jiru.

Xalayaa banaa prezidaant Baaydiiniif ergan kanaan yaadii dhiyaate kun Itiyoophiyaa keessatti nagaa busuuf, marii hunda hirmaachisee gaggeessuuf akkasuams gargaarsii dhala namaa akka hin daangeeffanne gochuuf yaalii ta’u kan danquu ta’uun kan wal nama gaafachiisu miti jedhu miseensoonni kun.

Dhaabatii kun bara 2020 keessa kan hundeeffame yoo ta’u jaarmayoota Sivikii 3700 caalaa kan bakka bu’u ta’uun ibsameera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG