Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bara Dabre Kana Balaan Ibiddi Bosonaa Godinaalee Oromiyaa 11 Keessatti Muudachun Ibsame


Bosona Godina Iluu Abbaa Booraa (Suuraa faayilii)
Bosona Godina Iluu Abbaa Booraa (Suuraa faayilii)

Ganna darbe kana naannoo Oromiyaa godinaalee 11 keessatti balaan ibidda bosonaa mudachuu mootummaan naannoo Oromiyaa beeksisee jira.

Itti-anaan Diirektera Olaanaa Abbaa Taaytaa Eegumsa Naannoo Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensaa Oromiyaa, Obbo Boonaa Yaaddessaa, bara darbe kana balaa ibiddaa sababa adda addaatiin mudate kanaan lafti bosonaa hektaara kuma 6 gubateera jedhan.

Kun tahus garuu uwwisi bosonaa Oromiyaa ol guddachuu issa angawaan kun VOA’tti himanii jiru. Gama biraatiin mootummaan naannoo Oromiyaa uwwisa bosona naannichaa dhibbaa irraa harka 34 oliin ol guddisuuf akka hojjetaa jiru dubbate.

Bara Dabre Kana Godinaalee Oromiyaa 11 Keessatti Balaan Ibiddaa Mudate, Mootummaan Naannichaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:32 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG