Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dubartoota Gudeeduu fi Namoota Seeraan Ala Dabarsanii Gurguruutu Jira: Baqattoota mooraa Yaman Keessaa


Dubartoota Gudeeduu fi Namoota Seeraan Ala Dabarsanii Gurguruutu Jira: Baqattoota mooraa Yaman Keessaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:12 0:00

Dubartoota Gudeeduu fi Namoota Seeraan Ala Dabarsanii Gurguruutu Jira: Baqattoota mooraa Yaman Keessaa

Lubbuu keenya du’a irraa olfachuuf jecha biyyaa dheessinee jireenya baqaa keessattis rakkoon nu biraa hin hafnee jedhu baqattonni Oromoo mooraa Baqataa Yaman keessa jiran.

Yaman keessatti walitti bu’iinsa waggaa torbaaf gaggeeffamaa jiruun kan ka’e, lammiwwan biyyatti illee rakkoo keessa jiraachu Tokkummaan Mootummootaa fi kanneen biroon gabaasaa jiran.

Yaman keessatti mooraan baqattootaa jiru tokkichi Kaharaz jedhamu bara 2001 kan banamee yoo ta’u hedduminaan lammiwwan Somaaliyaa fi kan Itiyoophiyaatu keessa buufatee jira.

Dhaabnii baqattootaa kan Tokkummaa Mootummootaa biyya mootummaa hin qabne Yaman keessatti tasgabii dhabiinsa jiruutu gargaarsa silaa raabsamuu qabu danqee jedha.

Haala jireenya baqattoota Oromoo mooraa sana keessa jiranii ilaalchisee Gaaffii fi deebii caqasaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG