Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obbo Baqqalee Garbaa Waa’ee Qabsoo Dr. Maartin Luuter Kiing Dubbatan


Obbo Baqqalee Garbaa Waa’ee Qabsoo Dr. Maartin Luuter Kiing Dubbatan
Obbo Baqqalee Garbaa Waa’ee Qabsoo Dr. Maartin Luuter Kiing Dubbatan

Har’a, Ebla 4, bara 2018, waggaa shantamaffaa, qabsaawaan mirga hawaasaa, Lubni Dr. Maartin Luuter Kiing itti ajjeeffaman tu guutmmaa Ameerikaa keessatti yaadatamee oole. Kitaaba Dr. Maartiin Luuter Kiing gara afaan ofiitti hiikanii maxxansiisuun kanneen uummata isaaniif dhiheessan keessaa tokko, kan dhiheenya mana-hidhaatii gad-lakkisaman, itti-aanaa dura-taa’aa Koongiresa Federaalawa Oromoo, Obbo Beqqelee Garbaa ti. Namoon Adaamaatti bilbiluun haasofsiisee jira. Akkaataa itti lubni Dr. Maartin Luuter Kiing, qabsoo mirga uummaa gurraachaa Ameerikaa eegalanii fi qabsaa’ota mirga uummataaf falaman hedduudhaan fakkaanya tahan ibsan – Obbo Beqqeleen.

Guutummaa gaaffii fi deebii isaa dhaggeeffanaa

Obbo Baqqalee Garbaa Waa’ee Qabsoo Dr. Maartin Luuter Kiing Dubbatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:12:26 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG