Xurree ittiin seenan

Breaking News

“Barii Finfinnee”: Sagantaa ABO Galma Miliiniyeemiitti Geggeesse


ABOn galma bar-kumeetti marroo lammeessoof ummataan wal mari'atr
ABOn galma bar-kumeetti marroo lammeessoof ummataan wal mari'atr

ABOn karooraa fi egerii itti deeman irratti galma bar-kumeetti ummataan wal mari'ate
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:55 0:00

Addi Bilisummaa Oromoo, Ammajii 12,2020 Finfinnnee galma “Miliniyeemii” keessatti sagantaa “Barii Finfinnee” jedhu, ka dhimma filannoo dhufaa jiruutti fuuleffate geggeessee ummataan wal mari'ate

Bu’ursitootaa fi hoogganoota dhaabichaa, hoogganoota dhaabota siyaasaa kanneen biroo fi ka dhaabota Itiyooophiyaa keessaa ka biroo sagantaa guddaa kana irratti argamnii jiran. Imaammata ABO ilaalchisuun kan haasawa godhan – Hayyu-dureen dhaabichaa – Obbo Daawud Ibsaa, “Tokkummaan Oromoo tokkummaa Itoophiyaattif murteessadha.

Kanaaf tokkummaa fi sabbonumaa Oromoo jeequun dhaabbachuu qaba,” jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG