Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barnoota Itiyoophiyaa Keessaa


Biyyoota hiyyeeyyii keessaa tokko kan taate Itiyoophiyaan bara 2015tti barnoota sadarkaa duraa waliin ga’uuf karoora kaa’ameen kanneen sadarkaa gaarii irra jiran muraasa keessaa tokko.

Dubbi himaan Ministrii Barnootaa Itiyoophiyaa, Pheexroos Woldegorgis waggoota 15 dura manneen barumsaa sadarkaa duraa 2000 caalaa kan hin qabne Itiyoophiyaa keessa yeroo ammaa kuma 28 tu jira jedhan.Lakkobsii manneen barnootaa ariitiin dabalaa demuun hanqinni lakkofsa barsisootaa akka uumamu godhe.

Daree barnootaa heddu keessatti kitaabonni hin jiran.Qorannaan gaggeeffame akka agrsisuutti Ijoollee hedduun kitaaba akka itti dubbisan otuu hin baratiin manatti dacha’u.

Jaarmayaa Misoomaa Sadarkaa Addunyaa Yunaaytid Isteets ykn USAID Itiyophiyaa keessatti hoogganaa waa’ee barnotaa kan ta’an Allyson Wainer, “Yeroo ammaa kitaabonni kun hin jiran. Dandeetti waa dubbisuu barsiisuuf sirnii barnotaas hin jiru. Waggaa dhufu kana irratti hojjenna. Mootummaan irratti fuuleffatee” hojjataa jira jedhan.

Gabaasaa Guutuu MP3 tuquun dhaggefadhaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG