Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Beejing Yeroo Dhihoootti Ergamaa Isaa Addaa Gaanfa Afrikaatiif Kan Ramadu Tahuun Beeksifame

Ministarichi dhimma alaa Chaayinaa Waang Yii (Suuraa faayilii)
Ministarichi dhimma alaa Chaayinaa Waang Yii (Suuraa faayilii)

Ministarichi dhimma alaa Chaayinaa Waang Yii, kamisa dabre ennaa ofii Keeniyaa daawwataaa turanii fi yeroo ergamaan addaa Yunaayitid Isteetis kan Gaanfa Afrikaa, Jefrii Filtmaan biyya wagga tokkoo oliif waraansaan rakkataa jirtu – Itiyoophiyaa seenanitti ture. Naannoon Gaanfa Afrikaa fonqolcha mootummaa Sudaan keessaa fi danqama filannoo Somaaliyaatiin wal-qabatees qormaata keessa jirti.

Ergamaan addaa Chaayinaan Gaanfa Afrikaatti deemsa nageenyaa naannichaa kan hoogganu tahuu dubbatan, Ministarichi Dhimma Alaa Chaayinaa. Haala kanaan, Gaanfi Afrikaa gara fuul-duraatti dirree wal’aansoo biyyoota Addunyaa wal-dura dhaabbatanii tahuu malti, jedhu xiinxaltoonni. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Mootummaan Beejing Yeroo Dhihoootti Ergamaa Isaa Addaa Gaanfa Afrikaatiif Kan Ramadu Tahuun Beeksifame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:03 0:00


This item is part of
XS
SM
MD
LG