Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkubii KOOVIID Badii Geesisee Qabaatuus Biyyonni Afrikaa Dhukkuuba Sombaa Ittisuuf Maallaqa Ooluu Gaaftaa Jiran


Dhukkubii KOOVIID Badii Geesisee Qabaatuus Biyyonni Afrikaa Dhukkuuba Sombaa Ittisuuf Maallaqa Ooluu Gaaftaa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:50 0:00

Dhukkubii KOOVIID Badii Geesisee Qabaatuus Biyyonni Afrikaa Dhukkuuba Sombaa Ittisuuf Maallaqa Ooluu Gaaftaa Jiran

Dhukkuubii Sombaa Sadarkaa Addunyaatti Bitooteessa 24 Yaadatamaa kan oolu yoo ta’u dhaabatti sadrkaa addunyaati dhukkuuboota Edsii Sombaa fi Busaa faccisuuf hundeeffame Gloobaal Fand jedhamu gaaffii dhiyeessee jira.

Kunis mootummonni kan waggaatti uummata Miliyoona tokko caalaa ajjeesuu dhukkuuba Somabaa ittisuuf duula gaggeessan akka haareessan kan gaafatee ture.

Kan dhukkubii Sombaa keessatti hammaatee Afrikaan Kibbaatti sababa weerara vaayrsii Koronaan qornnaa dhukkuuba sombaa qabaachuu baruuf gaggeefame addaan kutee ture.Kanaaf jecha gareen iddoodhaa ga iddotti sosso’uu qorannaa kana gaggeessuu jalqabee jira.

Gabaasa Lindaa Giivtaash Johaanesbarg irraa ergiite caqasaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG