Xurree ittiin seenan

Breaking News

Boombii Magaalaa Bulbulaa Keessatti Eebbaa Milishaarratti Darbatameen Namoonni Du’uu fi Madaa’uun Himame  


FAAYILII - Poolisoota Finfinnee, Guraandhala 21, 2028

Ajjeechaa Sanabata darbe GodinaA Shawaa Bahaa magaalaa Bulbulaa eebba milishootaarratti mudateen wal qabatee shakkamtoonni sadii to’annoo jala oolfamuu Aanaan Adaamii Jiddoo Kombolchaa beeksise.

Obbo Mahaammed Bariisoo bulchaan Aanaa Adaamii Jiddoo Kombolchaa boombii eebba milishootaarratti sanbata magaalaa Bulbulaarratti darbameen daa’ima ganna 12 dabalatee namootni afur tu du’e, jedhan.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Boombii Magaalaa Bulbulaa Keessatti Eebbaa Milishaarratti Darbatameen Namoonni Du’uu fi Madaa’uun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:39 0:00

Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG