Xurree ittiin seenan

Breaking News

Booranatti Hongeen Loon Kuma Hedduu Ajjeese


Booranatti Hongeen Loon Kuma Hedduu Ajjeese
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:07 0:00

Bonni dheerachuun Booranatti hongeen mudate ammas loon hedduu ajjeesaa akka jiru jiraattonni Booranaa ammas himaa jiru. Ji’oottan sadan darban bona cimaa dhufe kanaan haga yoonaa loon kum sagalii ol dhumanii, kum 17 ol ammoo afoo du’aa jiru jedha Bulchiinsi Godina Booranaa. Horsiise bultoonni ammallee yoo mootummaan dafee nuuf hin dhaqqabne loon hedduutu nurraa dhumuuf deema, jechaa jiran. Galmoo Daawwit gara Dubuluq fi Dirree imaluun gabaasaa qindeesse daawwadhaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG