Xurree ittiin seenan

Breaking News

Booranatti Sababaa Caamaatiin Loon Kum Afurii Ol Dhuman, Jedhame


Booranatti Sababaa Caamaatiin Loon Kum Afurii Ol Dhuman, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:36 0:00

Godina Booranaatti roobi waqtii lamaa yeroon roobuu dhabuurraa ka ka’e loon fi horiin kaan du’aa jiraachuu jiraattonni dubbatan.

Akka jiraattonni kun jedhanitti ta’een kun erga mullatuu jalqabee ji’a tokko yoo tahu, kanaanis loon kumaan lakkaawaman horsiise bultoota jelaa du’aa jiruu jedhan.

Waajjirri Qabeenya Beeyladaa ka Godina Booranaas ta’een kun jiraachuu himee haga yoonaa loon Booranaa kum Afurii ol du’uu mirkaneesse.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG