Xurree ittiin seenan

Breaking News

Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Isaa Idilee Har’a Jalqabe


Yaa'ii Caffee Oromiyaa

Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee isaa kan bara hojii shanaffaa isa xumuraa har’a jalqabee jira. Loomii Badhoo Afa-yaa’iin caffee mootummaa naannoo Oromiyaa caffichi bajata mootummaa naannoo bara dhufuu dabalatee mata dureewwan hedduurratti mariyatee akka raggaasisuuf jiru jalqaba marichaa kanaarratti dubbataniiru.

Gorsaa Olaanaan Aafyaa’ii Caffee Oromiyaa obbo Habtaamuu Damissees caffeen maree isaa guyyoota lamaaf turu kanaan wixinee labsiiwwanii dhiyaatan irratti mariyatee akka ragaasisuuf jiru VOA’tti himan.

Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Isaa Idilee Har’a Jalqabe
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:53 0:00


Yaadawwan Ilaali (7)

XS
SM
MD
LG