Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dabalaa Deemuu Qala’insa Jireenyaa Itiyoophiyaa fi Yaada Furmaataa   


Faayilii - Gabaa ayyaanaa Finfinnee keessaa, Fulbaana 10, 2021
Faayilii - Gabaa ayyaanaa Finfinnee keessaa, Fulbaana 10, 2021

Akka Ragaan Ejeensii Istatiiksii Itiyoophiyaa ifoomseetti qaala’insi jireenyaa Itiyoophiyaa keessatti ji’a Eblaa darbee dhibbeentaa 36.6 irra ga’e.

Keessumaammoo gatiiwwan nyaataa dabaluun akkaan yaaddeessaa ta’uu Odeefannoon Ejensichi fuula marsariitii isaarratti maxxanse hubachiisee jira. Qaala’insa jireenyaa Itiyoophiyaatti yeroodhaa yerootti dabalaa dhufe kana ilaalchisee Gabaasaan Keenya Mitikkuu Fiqaaduu Ogeessota diinagdee lama dubbisuun, gabaasaa qindeesse qaba.

Dabalaa Deemuu Qala’insa Jireenyaa Itiyoophiyaa fi Yaada Furmaataa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:31 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG