Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoo Konkolaataa Ofii Tolfateen Gaa’ela Ofii Geggeessate   

Dargaggoo Ayyuub Yaahiyyaa konkolaataa ofii hojjateen sirna gaa'ila isaa geggeessaate
Dargaggoo Ayyuub Yaahiyyaa konkolaataa ofii hojjateen sirna gaa'ila isaa geggeessaate

Naannoo Benishaangul Gumuz, magaalaa Asoosaa kan tahe dargaggoo Ayyuub Yaahiyyaa, konkolaataa ofii hojjateen sirna gaa'ila isaa geggeessachuu dubbatee jira. Konkolaataa isaa kanaan namoota sirna gaa'ila isaanii geggeessataniif tajaajila geejjibaa kennuu fi ofii ittiin fayyadamuuf karoora akka qabullee dubbata, Ayyuub. Haati warraa isaa isaa dhiheenya itti eerumtee fi Abbaa waan jedhan qaban.

Dargaggoo Konkolaataa Ofii Tolfateen Gaa’ela Ofii Geggeessate
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:28 0:00

XS
SM
MD
LG