Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoonni Garee Hidhattootaa Waliin Turan 300 Ta’an Waamicha Dhihaateen Harka Kennan, Jedha Mootummaan Naannoo Oromiyaa  


itti gaafatamaa Biiroo Kominikashiinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Adduunyaa

Mootummaan naannoo Oromiyaa dargagoonni garee hidhattootaa Mootummaan ‘Shanee’ jedhee waamutti makaman akka harka kennanii waamichaa dabarsuu isaa ibiseera.

Darggaggoonni 300 ta’an waamichaa Abootii Gadaatiin dhihatee dhagahuudhaan akka harka kennan kan himan itti gaafatamaan Biiroo Kominikashiinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Adduunyaa Wallagga Bahaa keessatti dhiheenya kana dargagoonii 6 butman haga ammaa gadi hin dhiisamne, jedhu.

Ibsa mootummaa kanaaf hoogganoota ‘Waraana Bilisummaa Oromoo”jedhee of waamuu fi moootummaan ‘Shanee’ ittin jedhu irraa deebiin haga ammaa kenname hin jiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Dargaggoonni Garee Hidhattootaa Waliin Turan 300 Ta’an Waamicha Dhihaateen Harka Kennan, Jedha Mootummaan Naannoo Oromiyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:00 0:00



Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG