Xurree ittiin seenan

Breaking News

Darggaggoo Midiyaa hawaasaa fayyadamuudhaan lammii gargaaru


 Abarraa Caalaa , darggaggoomMidiyaa hawaasaa fayyadamuudhaan lammii gargaaru
Abarraa Caalaa , darggaggoomMidiyaa hawaasaa fayyadamuudhaan lammii gargaaru

Dargaggoo Abarraa Caalaa Magaalaa Awaasaa keessatti, Hojjataa Dhaabbata Mootummaa hin taanee tokko keessa akka hojjatu dubbata.

Gama Miidiyaa Hawaasaa keessumaa; Facebook fi Telegram isaatti dhimma bahuun namoota rakkataniifi dhibamanii nama isaan yaalchisu hin qabneef akka gargaarsa walitti qabu dubbatee jira, dargaggoo Abarraa.

Abarraan, hojii gaarii miidiyaa hawaasaatiin, hiriyoota isaa faana hojjataa jiru kana gara dhaabbataa ykn waldaatti jijjiiruuf akka karoorsan himee,” Miidiyaa Hawaasaan rakkoo uummata ofii furuuf hojjachuun ni danda’ama” jechuunillee ibsee jira.

Naakoor Malkaa Amborraa, Abarraafi namoota inni akka gargaaraman miidiyaa hawaasaa isaan haala mijeesseef keessaa bilbilaan haasofisiisee gabaasa itti aanu ergeera.

Darggaggoo Midiyaa hawaasaa fayyadamuudhaan lammii gargaaru
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:06 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG