Duula fillannoo pireezdaantummaa Ugaandaaf paartii FDC bakka bu'e han dorgomu, Kiizzaa Besiijeef qophaahe.
Deggartoota Yaa'ii FDC Kaampaala, Ugaandaa

1
Poolisoota bakka duula filannoo godhametti argaman keessaa

2
Hoggantoota paartii FDC keessaa tokko deggartootaan marsamee

3
Poolisoota bakka dullii filannoo kadhimamaa Kiizzaa Beesijeey argaman

4
Namootaa duula filannoo partii FDC irratti argaman