Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabbanni Fayyaa Adduunyaa Itiyoophiyaaf Gargaarsa Qorichaa Kenne


Faayilii - Waajjira Dhaabbata Fayyaa Addunyaa, Jenevaa, Siwiizerlaand
Faayilii - Waajjira Dhaabbata Fayyaa Addunyaa, Jenevaa, Siwiizerlaand

Dhaabanni Fayyaa Adduunyaa WHO-n kuusaa isaa Dubaayitti argamuu irraa qorichaalee lubbuu baraaran meetrik toonii 85 gara Itiyoophiyaatti erguu isaa beeksiseera.

Fe’isin kun qorichoota adda addaa, meeshaalee baqaqsanii hodhuu atattamaa, meeshaawana dhibee Koleeraaf gargaaraniif kanneen biroo akka ta’an fi gargaarsichii namootta gara 150,000 akka faayyaddutu ibsame.

Dhaabbani Fayyaa Adduunyaa kuusaa isaa Dubaay irraa Nayijeriyaa, Afgaanistaan, Sooriyaa fi Yemeniif akka gargaarsa raabsaa ture ibsa isaa keesaati beekisisu kan gabaaste Margaareet Baashiri.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG