Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabbileen Mirgoota Namoomaa Keeniyaa Ugaandaan Roobert Kiyaagulaanyi Akka Hiiktu Gaafatan


Roobert Kiyaagulaanyii, Weellisaa fi Miseensa Mana Maree Ugaandaa
Roobert Kiyaagulaanyii, Weellisaa fi Miseensa Mana Maree Ugaandaa

Jaarmayaaleen Mirgoota Namoomaa Keeniyaa Ugaandaan Weellisaa fi Miseensa Mana Maree biyyattii Roobert Kiyaagulaanyii hidhaatii akka hiiktu gaafatani.

Roobeert Kiyaagulaanyiin ka to’annoo jela oolan dheengadda Hagayya bultii 14 yoo tahu, wal dhabbii duula na filadhaa irratti uumamee keessa harka qabda jedhamee dhaddacha waraanaaf dhiyaateera. Ibsa harra kennaniin jaarmayaaleen mirgoota namoomaa keeniyaa mootummaan Yuweerii Museeveenii hatattamaan akka lakkisu gaafachuun boriitus hiriira mormii akka gaggeessan beeksisaniiru.

Dhaabbileen Mirgoota Namoomaa Keeniyaa Ugaandaan Roobert Kiyaagulaanyi Akka Hiiktu Gaafatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:14 0:00

XS
SM
MD
LG