Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabii Gargaarsa Addunyaa,Global Alliance ummata Binishaangul Gumuz baqatee gargarsa birria miliyoona tokkotit dhiyaatu kenne jedha


Global Alliance for the Rights of Ethiopians donated hundreds of quintals of wheat flour and other edible goods to displaced families in Metekel zone of Benishangul Gumz Region.Ethiopia
Global Alliance for the Rights of Ethiopians donated hundreds of quintals of wheat flour and other edible goods to displaced families in Metekel zone of Benishangul Gumz Region.Ethiopia

Dhaaba kana nama Itoophiyaa biyya alaa jirutti horiin gargaara. Ummata Binishaangul Gumuz godina Metekkle naannoo Chagaanii jiruu gargaarsa kana kenne jedha.

Gargaarsa kanallee bakka bu’aa dhaaba kanaa Achaamyellee Dabalaatti kenne gargaarsii kun gargar hin citu jedhu bulchooti.

Horii kana akka bulchootii jedhanitit guyyaa sadii keesatti walti qaban.

Gargaarsa kennan keessaa akka Aster Misgaanawu gabaastetti midhaan kintaala dhibba hedduuti. Qamadii fi midhaan gara garaati.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG