Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoonni Labsii Muddamaatiin Hidhaman Akka Hiikaman Gaaffiilee Dhihaataniif Ministiriin Haqaa Itiyoophiyaa Deebii Kenne 


MInistry of justice, Ethiopia

Torban kana Manni Maree Bakka-bu’ootaa Itiyoophiyaa Labsii Yeroo Muddamaa ji’a ja’aaf labsamee ture kaasuu hordofee Koomishinni Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa ibsa baaseen tarkaanfii kana jajus namootni yeroo kana seera male to’annaa jalaa jiran yaa hiikaman jechuun gaafateera. Dubbi himaan Ministira Haqaa Itiyoophiyaa Awwol Sulxaan waa’een namoota hidhaa jiran kanaa murtii haqaa idileen deebii argata jechuun VOA’tti himan.Hordofaa.

Namoonni Labsii Muddamaatiin Hidhaman Akka Hiikaman Gaaffiilee Dhihaataniif Ministiriin Haqaa Itiyoophiyaa Deebii Kenne
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:06 0:00

Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG