Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimma Tigraay Kan Ilaaleen Itti Gaafamuummaan Haa Jiraatu


Kibxata dabre kana Mana-maree Gola Naga-eegumsaa ka Tokkummaa Mootummootaatti dhaabbatoota nageenyaa fi jireenya namoomaaf barbaachisoo tahaniif karaa eegumsi godhamuu danda’u ilaalchisee marii geggeessame ture.

Marii irratti ka dubbatan Tokkummaa Mootummootaatti Ambaasdaddarri Yunaayitid Isteetis Liindaa Toomaas Griinfild humnoonni hidhatan beekaa yokaan ‘tahe jedhanii’ dhaabbatoota uummataaf tajaajila bu’uraa kennan irra miidhaa geessisu jedhan.

Kanaaf gochaalee akkasiif akka itti gaafataman waamicha dhiheessan.

Tokkummaa Mootummootaatti Ergama Itiyoophiyaaf itti-gaafatamaa dhaabbataa ka tahan – Ambaasaddar Taayyee Asqe Sillaasee keessumaa dhimma Tigiraay keessaa ilaalchisuun kan Griinfild dubbataniif deebii kennanii jiru.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Dhimma Tigraay Kan Ilaaleen Itti Gaafamuummaan Haa Jiraatu
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:43 0:00


Yaadawwan Ilaali (5)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG