Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkubii saaynuusaaytis jedhamu maali?


Baatileen cabbii ykn roobaa darbanii aduun baatee lafti daraaaraa fi marga lalisee ennaa aguugamtu, namonni baay'een dhukkuboota qaama ittiin afuura baafatan adda addaa kan Aleerjii waliin hidhata qabaniin rakkatu.

Isaan kana keessaa dhukkubi Saaynasii jedhamee waamamu tokko ta’uu kan ibsan Dr Dajumaa Yaadataa dhukkuba Asmaa waliinis hidhata qaba jedhu.

Gama kaaniin dubartoota baadiyyaa biyyoota adda addaa keessa jiraatanif tajaajila eegumsa fayyaa waliin ga’uun barbaachisaa dha jechuun Jaarmayaa Fayyaa Addunyaa ykn WHO beeksisee jira.

Gabaasaa Guutuu MP3 tuquun dhaggefadhaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG