Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimma Hidhamtoota Shan Galmee Pilaatiin Yoonaas Irratti Himatamanii Guraandhala 28 Mana-murtiitti Ilaalame


Manni-murtii ol’aanaan federaalaa, dhaddachi Afuraffaan, kaleessa dhimma hidhamtoota shan galmee Obbo Pilaatiin Yoonaas Higguu irratti ilaaluu isaa fi murtiilee haga tokko mirga himatamtootaa eegsisu dabarsuu isaa – abukaatoon isaanii, Obbo Milkiyaas Bulchaa Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsanii jiran.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:19 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG