Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dimokiraasii Akkamiitu Rakkoo Siyaasaa Biyyoota Akka Itiyoophiyaa Furuu Danda’a? 


Faaxumaa Nuuroo Badhaasoo

Sirni dimokiraasii rakkinaa siyaayaa biyyoota akka Itiyoophiyaa furuu danada’u kan akkamii tu ti? Rakkinaa siyaasaa Itiyoophiya keesaa jiru hikuudhaaf dimokirasiin falaa ta’u eessaa dhufuu danda’a?

Gaaffiilee kana irratti, Befeqaaduun beektuu siyaasaa Shamaree Faaxumaa Nuuroo Badhaasoo wajjin mariin taasisee jira.

Dimokiraasii Akkamiitu Rakkoo Siyaasaa Biyyoota Akka Itiyoophiyaa Furuu Danda’a?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:51 0:00


Yaadawwan Ilaali (4)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG