Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dirre Dhawaa Keessatti Lakkoobsi Namoota Vaayirasii Koronaan Qabamanii 450 Gahe


Magaalaa Dirre dhawaa keessatti lakkoobsi namoota Vaayirasii Koronaan qabamee, baay’ee dabalee 450 gahe. Lakkoobsi kun baqattootaa fi godaantota Somaaliyaa irraa biyyatti deebi’anii fi hidhamtoota akka of keessaa qabus himamee jira.

Magaalaan Dirre-dhawaa dhukkubsatoota kana wal’aanuuf jecha, manneen barnootaa magaalattii keessaa yeroof gara hospitaala wal’aansa dhukkubsatootaatti jijjiirtee jirti – jedha – Addis Chekkol, Dirre-dhawaa irraa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG