Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sidaan Raas Mokoonnon Digamuun Beekaa Kan Ta’e Miti: Polisii


Magaalaa Haarar kan jiru hospitaala Jagol keessatti sidaan Raas Makonnan irra balaan daqqabe itti yaadamee kan gaggeeffame miti jedhamee jira.

Mooraa Hospitaalichaa keessa sidaan jiru kokolaataa fe’umsaatu itti rukutamee diigame.

Polisiin kanneen gocha kana gaggeessan jedhaman to’annaa jala olchuu ibsee jira. Haga ammaatti ragaan argameen sidaan kun dogoggoraan diigamee amantaa jedhu qabu.

Sidaa kana iddoo tureetti deebisuuf qorannaan ogeessotaa kan gaggeeffamu ta’uun ibsamee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG