Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tabataan kubbaa miilaa beekkamaan Diyaagoo Maaradoonaan Du'aan Boqate


Tabataan kubbaa miilaa beekkamaan Diyaagoo Maaradoonaa umurii oggaa 60tti du’aan boqachuu dubbi himaan isaa beeksise.

Geeba Kubbaa Miilaa Addunyaa bara 1986 biyya isaa Arjantiinaaf an argamsiise Maradoonaan, yeroo dheeraaf dhukkubsachaa turutu himame.

Waldhaansa baqaqsanii hodhuu ka sammuu godhatee torban tokko booda dhukkuba onnee tasaatin mana isaa Arjantiinaa jirutti boqachuu isaatu gabaafame.

Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG