Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantiin Amerikaa Maal Foyyassan ?


Prezidaantiin Amerikaa Maal Foyyassan ?
Prezidaantiin Amerikaa Maal Foyyassan ?

Prezidaantiin Yunaayitid Isteets Donaald Traamp Amajjii digdamii toorba bara 2017 ajaja hooggana ol’aanaa baasuudhaan akka lammiwwan biyyoota Islaamaa toorba irraa gara Yunaayitid Isteets hin seenne ugguruun isaanii ni yaadatama. Achii booda garuu manni-murtii biyyattii murtii sana kaase. Torban ja’aa booda immoo ammas Prezidaantichi ajaja ka biraa foyyeeffame jedhame mallatteessanii baasan.

Ajaja Prezidaantichaa kan ammaa fi dhiibbaa isaa ilaalchisuudhaan kutaa Minisootaa magaalaa Seent-pool keessatti abukaatoo seeraa ka ta’an – Obbo Israa’el Goobanaa jijjirama godhamee irratti ibsa kennan qabu.

Kana cuqaasuun dhaggeefadhaa

XS
SM
MD
LG