Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dorgommii kilaboota kubbaa harkaa ijoollee dubraa manneen barnoota sadarkaa lammeessoo Amerikaa Washington DC keesstti itti jiran


Dorgommii kilaboota kubbaa harkaa ijoollee dburaa manneen barnoota sadarkaa lammeessoo Amerikaa

Capitol hill volleyball tournament maqaa dorgommii kilaboota kubbaa harkaa mana barumsa sadarkaa lammeessoo ijoollee dubraa Amerikaa ti.

Gurrandhalaa 15-17 DC keesstti istaadiyoomii Convention centeritti itti jiran.

Manneen barnootaa 900 caalaanitti irratti wal dorgomuutti jiraa atileetoa kuma 12,000 caalaatti itti dhufe.

Dorogmmiin tun 14essoo wal drogommii ijoollee dubraa guddoo Amerikaa keesatti beekamtu.Akka kanaan guyyaa sadii keesastti marroo 3,600 caalaa fulaa 200 caalaa keessatti taphatan.Abbaa moohatu galgala kana beekan.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG