FINFINNEE —
Dr. Nuuraddiin Lukee, ogeessaa yeroo hedduu dhimmootta fayyaarratti kan uummataaf hubannoo kennuun tajaajilaa jiran.
Eega Vaayirasiin Koronaa Addunyaa irratti mul’atee jalqabee ammoo, mala of irraa ittisa hawaasa hubachiisuudhaaf midiyaalee hawasummaatiin akkasumas qaamaan baadiyyaalee keessa naanna'uudhaan sochii adda dada gacha tiran.
Hospitaala Riferaalaa Shaashemannee keessaa hojjetu - Dr. Nuuraddiin.
Gaaffii fi debió guutuu caqasaa