Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoo_Telekoom Amboo fi Magaalaalee Giddu-gala Lixaa Kaan Keessatti Tajaajila Interneeetii Ol'aanaa Jalqabuu Isaa Kaleessa Beeksise


Hoji geggeessituu Itiyoo telekoom, aadde Firehiwet Taammiruu
Hoji geggeessituu Itiyoo telekoom, aadde Firehiwet Taammiruu

Itiyootelekoom magaalaa Amboo dabalatee magaalaalee naannoo Giddu-gala Lixaatti argaman shan keessatti tajaajila interneetii saffisa olaanaa “4G fi LTE Advanced” jedhaman jalqabsiisuu isaa, kaleessa sirna magaalaa Ambootti geggeessametti beeksisee jira.

Hoji-Gaggeessituun Olaanaa Itiyootelekoom, Aadde Fireehiwot Taammiruu, kaayyoon tajaajilicha jalqabsiisuu maammilootni tajaajila shaffisaa akka argatan taasisuu dubbatan. Oromiyaa Lixaa, godinaalee Wallaggaa keessatti tajaajilli interneetii addaan cituu ilaalchisee garuu waan dubbatan hin jiru.

Gabaasa guutuu caqasaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:35 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG