Xurree ittiin seenan

Breaking News

Federaalsimiin Maali?


Federaalsimiin maali mata duree jedhu jalatti torban darbe prezidaantii Ethiopiaa duraanii Dr. Nagaasoo Gidaadaa waliin marii geggessinee turre.

Fedraalismii ilaalchisee mariin geggeessame muuxannoo wal jijjiiruuf gargaara. Deemsi federaalummaa Itiyoopiyaaf kan inni fayyadu karaa mirga namaa, dimokraasii fi mirga uummataa eegsisuuf jecha jedhu Dr. Nagaasoon.

Yaadi Federaalisimii jedhu uummattoota ykn naannolee addaa addaa walii gallee wajjiniin bulla jedhanii yeroo murteessani. Kunis ejjennoo lama irratti hundaa’ee ti. Tokkoffaan sirna Federaalismii keessatti taayitaa walii hirra kan jedhu si’a ta’u inni lammataa immoo ofiin of bulchuu ka jedhtu ta’uu Dr. Nagaasoon ibsanii jiran.

Yaadawwan kana lamaan ofitti kan hin haammanne Federaalismiin kan dhugaa ta’uu hin danda’u jedhan.

Gabaasa Guutuu MP3 tuquun dhaggeeffadha.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG