Xurree ittiin seenan

Breaking News

Feestivaalli Ispoortii Ameerikaa Kaabaa Magaalaa Handaara Miniyaapoolis Jirutti  Jalqabame 


Ka torban tokkoof geggeessamu feestivaalli Federeshinii Ispoortii Oromoo Ameerikaa Kaabaa Sanbata darbe bakka jaallattoonni isportii Minnesootaa fi kutaalee biyyattii garagaraa irra dhufan argamanitti jalqabe.

Dorgommiin kun Kilabii biyya Kanaadaatii hirmaate dablatee walumaa galatti gareelee kubbaa miillaa 24n Istaadiyeemota garagaraa sadii keessatti gaggeeffamaa jira.

Gama biraatiin, Waldaa Oggeessota Fayyaa Oromoo Sadarkaa Addunyaatti dameen Minnisootaa fi Akses Faamillii Kilinik feestivaala kana irratti argamuun, talaalii KOOVID 19 kennuudabalee tajaajila fayyaa kennaa jiru.

Feestivaalli Ispoortii Ameerikaa Kaabaa Magaalaa Handaara Miniyaapoolis Jirutti  Jalqabame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:37 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG