Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoo Biyyoolessaa Itoophiyaa Caamsaa dhuma irratti ykn jalqaba Waxbajjii irratti tolchuuf yaadii dhiyaate


Kuusaa suuraalee keessaa
Kuusaa suuraalee keessaa

Filannoon jaheessoo biyyoolessa Itoophiyaa bara 2020 Koronaaf jedhanii dabarsan jedhan amma karoora boordii filannoo dhiyeesseen itti deemuuf yaadii dhiyaate.

Tana jidduutti warra fialchiisuu leejisuu,warra filatu ammoo Ammajii fi Gurrandhalaa keessa galmeessuuf yaadan achii ammoo warra dorgomu galmeessuu fi hujii akka akkaa hojjatan jedhu.Duulii filannoo guyyaan filannoo sadii yoo haftu dhaabata akka seera baheetti.

Boordiin filannoo vaayiresii koronaa ittifachaa filannoolleen tolchuuf humna dabalataaf ramadamtuuf gargaarsa bajata birria biliyona 1.1gaafate akka oduu media Itoophiyaatti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG