Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaazzexeessaa Ispoortii Rakkoo Fayyaa Dandamatee Hojii Jaallatutti Cichee Jiru 


Gaazexessaa Ilaamuu Dajanee

Gaazexessaa Ilaamuu Dajanee jedhama. Qopheessaa Qophii Ispoortii “Dirree Ispoortii” jedhamuu yoo tahu, gaazexessitoota kanneen biroo waliin tahuun taphoota kubbaa miillaa kan biyya keessaafi biyyoota Awurooppaa akkasumas kanneen biroo FM Finfinnee 92.3 irratti tamsaasuu eega jalqabee waggoota 5 tahuu dubbata. Kana gidduutti yeroo waggoota lama tahuuf sagaleen isaa raadiyoo irraa dhabamee ture. Kun maaliif akka tahee fi yeroo ammaa maal maal akka hojjetaa jiru Naakoor Malkaatti himee jira. Ilaamuun gaazexessaa Ispoortii tahuuf ijoollummaatti akka fedhii horate ibsuun jalqaba. Caqasaa.

Gaazzexeessaa Ispoortii Rakkoo Fayyaa Dandamatee Hojii Jaallatutti Cichee Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:11 0:00


Yaadawwan Ilaali (6)

XS
SM
MD
LG