Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gambeelaa keessatti haleellaa geggeessameen hojjettoonni gargaarsa Lama Ajjeefaman


Waaltaaleen gargaarsa namoomaa martinuu sochii naannoo Gambeelaa keessatti geggeessan yeroof addaan kutuu isaanii Itiyoophiyaatti qindeessaan gargaarsa namoomaa kan Tokkummaa Mootummootaa beeksisanii jiru.

Murtii kana irra ka ga’ame kaleessa naannoo Gambeelaa keessatti haleellaa geggeessameen hojjettoonni gargaarsa namoomaa ajjeefamuu isaaniif ta’uu Itiyoophiyaatti eeggataa qindeessaan gargaarsa namoomaa ka tokkummaa mootummootaa Steven Weer Omaamoo VOAf ibsaniiru.

please wait
Embed

No media source currently available

0:00 0:02:08 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG