Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gammoojjii Oromiyaa Keessatti Qarqaarsii Akka Barbaachisu Ibsame.


Naannoo gammoojjii Oromiyaatti nama kuma 600 caalutti gargaarsa midhaanii fi waan akka akkaa barbaada.Kana keessaa namii kuma 100 caalu ka godina Harargee,Baalee fi Booranaa ariitiin midhaan eegata. Gargaarsilleen haga taateefuu gahumatti jira.

Akka jecha Koomishiinii Ittisa Balaa fi Qophaahuma Oromiyaatti rakkoon guddoon naannolee gammoojjii ta bisaanii fi marra horii ti.

Obbo Girmaa Wataree itti gaafatamaa odeeffannoo mootummaa ka Koomishiinii Ittisa Balaa fi Qophaahuma Oromiyaa fi Obbo Umer Huseen itti gaafatamaa Biiroo Qonna Oromiyaatti naannolee rakkatan gargaaruun waan saati itti kennanii miti.

Biiroon Qonna Oromiyaa ammoo karoorii mootummaan amma itti jiru naannolee rakkoo qabaniif ganna shan keesaatti bisaan baasanii waliin gahuu jedha.

Waan nu tana irratti Koomishiinii Qophaahummaa fi Gargaarsa Oromiyaa Obbo Girmaa fi itti gaafatamaa Biiroo Qonna Oromiyaa Obbo Uumer gaafannee MP3 tana irraa caqasaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG