Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gamtaan Barattota Yunivarsitii Maqaaf Dhaabbate Malee Mirga Barattootaa Kabajjisuuf Humna Hin Qabu, Jedha Hoogganaan Gamtichaa Duraanii


Abdurazaq Kadir
Abdurazaq Kadir

Prezidaantii Gamtaa barattoota Yunivasitii Haramaayaa fi miseensa koree hoji raawwachiisaa Gamtaa Barattoota Yunivarsitii Biyyoolessaa kan ture dargaggoo Abdurazaq Kadir yeroo ammaa as Yunaayitid Isteets keessatti argama. Yeroo gamtichaaf hojjetaa turetti humnoota tikaa mootummaatiin akka doorsisni irratti geggeessamaa turee fi otuu biyyaa hin ba’iin dura karaa itti harkaa ba’u ka falataa ture ta’uu dubbata. Akka hoogganaa Gamtaa Barattootaa Haramaayaatti, “komaandi poostii” mormnii barattootaa dhaamsuuf mootummaa Itiyoophiyaatiin hudeessame keessa akka jiru ka dubbate – Abdurezaaq, garuu, “yeroo barattoota irratti tarkaanfii fudhatanis tahe tarkaanfii fudhachuuf mari’atan akka ani walga’iitti hin hirmaanne natti himu.” Jedhe. Gara boodaa irra akka basaastonni isa akeekkachiisan illee dubbata.

Gaaffii fi deebii guutuu dhaggeeffadhaa.

Gamtaan Barattota Yunivarsitii Maqaaf Dhaabbate Malee Mirga Barattootaa Kabajjisuuf Humna Hin Qabu, Jedha Hoogganaan Gamtichaa Duraanii
please wait

No media source currently available

0:00 0:13:15 0:00

XS
SM
MD
LG